Dooktar Hiruut Kaasan hooggantuu cimtuu Tuurizimii Afrikaa bara 2019 ta’uun filataman

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaan hoggantuu cimtuu Tuurizimii Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ta’uun filtaman.

Dhaabbannii ‘Sitriit of Goold Faawundeeshiin’ jedhamu Dooktar Hiruut Kaasaa hoggantuu cimtuu Tuurizimii Afrikaa taasiisuun filateera.

Badhaasichi guyyoota 10n booda Finfinnee Hoteela Iskaay Laayitiitti ni laatama jedhamee eeggama.

Dooktar Hiruut dhaabbilee damee Tuurizimii fi  hojjettoota Ministeera Aadaa fi Tuurizimii hundaan baga gammaddan jechuun Fuula Feesbuukii isaaniin ergaa dabarsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment