Dooktar Girmaan Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Hojii Raawwachiiftuu Embaasii Ameerikaa Tireesii Jaakoobsan waliin mari’ataniiru.

Misooma Seeftineetii Baadiyyaa, Wabii Nyaataa, Asiidummaa biyyoo hir’isuu, Invastimantii qonnaa fi jijjiirama qabeenyaa irratti waloon hojjechuuf dhimmoota dandeessisanirratti mari’achuu ragaan Ministeera Qonnaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment