Dooktar Girmaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 29, 2016 (FBC) – Ministirrin Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota Teeknooloojii Qonnaa guddisuuf dandeessisanirratti mari’ataniiru.

Ce’umsa teeknooloojii babal’isuuf waloon hojjechuuf waliigalaniiru.

#Oromia # Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment