Finfinnee, Adoolessa 27, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Raashiyaa Evigeenii Taareekihiin waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin damee qonnaa ammayyeessuu fi oomishaa fi oomishtummaa guddisuuf teeknooloojjiwwan qonnaaf gargaaran, ce’umsa beekumsaa fi akkaataa fayyadamaa isaaniirratti waloon hojjechuuf marii taasiisuu ragaan Ministeera Qonnaa irra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.