Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma Ummataa waliin marii’atan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Komishinarri Komishinii Pilaanii fi Misoomaa FDRI Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma Ummataa aadde Deeniyaa Gaayli waliin marii’ataniiru.
Dooktar Fitsuum Asaffaa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Gamtoomanitti bakka buutuu Fandii Misooma Ummataa aadde Deeniyaa Gaayli waliin dhimmoota waliin raawwachuu danda’anirratti marii taasisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment