Dooktar Biqilaa Hurrisaan Walitti qabaa Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Mudde 13, 2015 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 2ffaa gaggeesseen muudama miseensoota Boordii Tajaajila Oduu Ityoophiyaa raggaasise.

Haaluma kanaan:

1.Dooktar Biqilaa Hurrisaa Walitti qabaa Boordii

2.Obbo Muhaammad Raafii miseensa

3.Obbo Muusaa Ahimad miseensa

4.Aadde Miiliyoona Tarrafaa miseensa

5.Aadde Huriyaa Alii Miseensa

6. Gargaaraan Piroofeesaraa Nabiyyuu Baayyee Miseensa tahuun muudamuu ragaan mana marichaarraa argame ni mul’isa.

Comments (0)
Add Comment