Finfinnee, Sadaasa 20, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ballaxaa Mollaan itti aanaa barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuunwaa waliin mari’ataniiru.
Dooktar Ballaxaan Ityoophiyaan fooyya’iinsa gana damee Quunnamtii Teeknooloojii Odeeffannoon taasiisaa jirtu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii tumsuu akka qabu gaafataniiru.
Itti aanaa barreessaa olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Lii Juunhuunwaan gama isaaniin dhaabbatichi Ityoophiyaaf deeggarsa barbaachisu hunda kan taasiisu ta’uu mirkaneessuu ragaan Ministeericharraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.