Dooktar Aragaawii Bariheen daayreektar olaanaa qindeessaa hirmaannaa ummataa Hidha Haaromsaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2013 (FBC) – Dooktar Aragaawii Bariheen daayreektar olaanaa qindeessaa hirmaannaa ummataa Waajjirra Mana Maree Biyyaaleessaa Hidha Haaromsaa ta’uun muudaman.
 
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa kaleessaa Dooktar Aragaawii Barihee daayreektar olaanaa qindeessaa hirmaannaa ummataa Waajjirra Mana Maree Biyyaaleessaa Hidha Haaromsaa Giddichaa taasisuun muuduu isaanii ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni agarsiisa.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment