Dooktar Alamuu Simeen adeemsa daldala hunda galeessa buufata Dooraalee daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjiba fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen adeemsa waliigalaa daldala buufata Dooraalee daawwataniru.
Daawwannichaarraatti Dooktar Alamuu Simee dabalatee, Jibuutitti Ambaasaaddarri Itiyoophiya Birhaanuu Tsaggayee, Hogggantoonni Olaanoo buufatichaa fi Jibuuttiti hoggantoonni Dhaabbiilee Itiyoophiyaa argamaniiru.
Dooktar Alamuun, xaa’oo biyyoo geejjibsisuu cimsuufi warshaa Dooniyaa xaa’oo hodhaan hojitti akka galaniif kallattii kaa’uu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Buufanni Dooraalee oomishaalee Itiyoophiyaa alaa galanii fi gara alaatti ergaman hedduminaan kan keessummeessudha.
Comments (0)
Add Comment