Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay gita isaanii Turkii Huuluusii Akkaar waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abrahaam Yaa’ii Turkii – Afrikaa 3ffaa Istaanbuul cinaatti Ministira Raayyaa Ittisaa Turkii Huuluusii Akkaar waliin dhimmoota hariiroo waloorratti mari’achuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Mariin bu’aa qabeessa taasiisuun himaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.