Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad UNDPtti gargaartuu bulchituu dhimmoota Afrikaa fi daayrektara naannawaa Afrikaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota carraa hojii uumuu, teeknooloojii fi kanneen biroorratti mari’achuu eeraniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa