Dooktar Abiy Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsan

Finfinnee, Guraandhala 2, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ummataa fi Mootummaa Chaayinaaf ergaa baga bara haaraa geessanii dabarsaniiru.

Ummannii fi mootummaan Chaayinaa bara haaraa simachaa jiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadis ummataa fi Mootummaa Chaayinaan baga bara haaraa biyyattii nagaan geessan jechuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Barri haaran kun ummatta biyyattiif bara badhaadhinaa, gammachuu fi milkaa’inaa akka ta’u hawwii gaarii hawwaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment