Dooktar Abiy sirna baniinsa Yaa’ii tumsa Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaataan

Finfinnee, Hagayya 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sirna baniinsa Yaa’ii tumsa Chaayinaa – Afrikaarratti hirmaataaniiru.

Chaayinaan hariiroo Afrikaa waliin qabdu dameewwan 10 ifoomsiteerti.

Kanneen keessaa dameen Daldalaa, Indaastirii, Fayyaan, Qonni, bu’uraaleen Misoomaa, Misoomni Ashaaraa magariisaa fi Nageenyi isaan muraasa ta’uu eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment