Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sheediwwan Qonnaa Kutaa magaalaa Booleetti argamu daawwataniiru.
Qonni Magaalaa madda galii fi magaaloota keessatti fooyya’iinsa nyaataa akka ta’u xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.