Finfinnee, Sadaasa 9, 2017 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sassaabbiin oomisha Qamadii saffisaan akka raawwatamu hubachiisan.
Sassaabbiin oomisha Qamadii eegalamuu himaniiru.
Bara kana oomishni baay’ee waan jiruuf sadarkaa biyyaatti adeemsichi saffisuu akka qabu yaadachiisaniiru.
Sassaabbirraa kaasee hanga mana gahutti tumsaan hojjechuun murteessaa ta’uu eeraniiru.
Dabalataan Qonna Qamadii jallisii Boneef qophaa’uun barbaachisaa ta’uu kaasaniiru.
#Oromia #Ethiopia