Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuun biiliyoonni 6.7 dhaabbachuu ibsan.
‘Karoora keenya milkeessuuf keenyaaf baga gammaddan’ jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.