Dooktar Abiy Proofeesar Hiruut Gamtaa Afrikaatti kadhimamtuu Komishinara Barnootaa, Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshinii ta’anii dhiyaachuu kan deeggaran ta’uu ibsan

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, Proofeesar Hiruut Waldamaariyaam Gamtaa Afrikaatti kadhimamtuu Komishinara Barnootaa, Saayinsii, Teeknooloojii fi Innooveeshinii ta’anii dhiyaachuu kan deeggaran ta’uu ibsaniiru.
Proofeesar Hiruut iddichaaf nama sirrii ta’uu Dooktar Abiy Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Proofeesar Hiruut Ministira Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa olaanoo ta’uun kan tajaajilan yoo ta’uu yeroo ammaa gorsituu dhimma hawaasummaa Muummee Ministiraa ta’uun tajaajilaa jiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment