Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad pireezidaantii Sudaan Kibbaa Salvaakiir fi Pireezidaantii Zimbaabuwee Emersan Minaangaaguwaa waliin mari’taniiru.
Marii isaaniin dhimmoota waloo fi gamlameerratti mariachuun Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Dabalataan Dooktar Abiy Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misooma Afrikaa waliin mari’achuu isanii ni yaadatama.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.