Finfinnee, Amajjii 10, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaan Ruutoo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad yaa’ii 19ffaa Sosochii Biyyoota Walabaa Ugaandaa Kaampaalaatti gaggeeffamaa jiru cinaatti Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin dhimmoota naannawaa fi gamlameeniirratti mari’achuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.