Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleehii fi kan Somaaliiy Hasan Sheeh Mohaammad waliin mari’ataniiru.
Yaa’ii Saa’uud Afrikaa gaggeeffamaa jiru cinaatti dhimmoota waloo fi naannawaarratti mari’achuu isaanii Dooktar Abiy ibsaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.