Finfinnee, Guraandhala 9, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Giruuppii Baankii Misoomaa Afrikaa Akiinwiimii Adeesiinaa waliin mari’ataniiru.
Marii isaaniin walta’insa Itiyoophiyaa fi baankicha gidduu jiruu fi Baankii Misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf tattaaffii taasifamuurratti mari’achuu ragaan Waajjiraa Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.