Dooktar Abiy Muudamoota garaagaraa kennan

Finfinnee, Onkololeessa 8, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa kennaniiru.

Haaluma kanaan:-

1.Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira Ministeera Dhimma Alaa,

2.Aadde Salamaawiit Kaasaa Ministira Ministeera Tuurizimii,

3.Aadde Haannaa Ar’aasillaasee Ministira Ministeera Haqaa taasiisuun muudaniiru.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment