Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad leenjii eegumsaarra kan turan miseensota eegdota Rippaabilikaanii daawwataniiru.
Leenjichis ijaarsa dandeettii damee nageenyaa ta’uu ragaan Waajjira Muummee Ministiraarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.