Dooktar Abiy Ministira Muummee Rippaabliika Cheek waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Rippaabliika Cheek Peetir Fiyaalaa waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanirratti mari’achuu isaanii ibsameera.

Peetir Fiyaalaan kaleessa galgala daawwannaa hojiif Finfinnee galuun kan yaadatamuudha.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment