Finfinnee, Sadaasa 21, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Beeljiyeem Aleeksaandar Dee Kiroo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Yaa’ii COP28 gaggeeffamaa jiru cinaatti Ministira Muummee Aleeksaandar Dee Kiroo waliin bakka argisiisaa Ashaaraa Magariisaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Dabalataan dhimmoota walta’iinsa gamlamee fi haala yeroo biyya keessaarratti mari’achuun ibsameera.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.