Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Haqaa fi Dhimmoota Heera Mootummaa Rippaablika Ugaandaa Noorbarti Maa’oo waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy ergaa Pireezidaantii Ugaandaa Kaaguutaa Muuseeveeniirraa ergame Noorbarti Maa’oo harkaa fudhachuun dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi naannawaarratti mari’achuu isaanii fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.