Dooktar Abiy Jila Mahammad Hamdaan Dagaaloo waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Jila Ajajaa Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Hamdaan Dagaloo waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis nageenyaa fi tasgabbii Sudaanirratti kan xiyyeeffate ta’uu Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ajajaan Humna Addaa Sudaan Jeneraal Mahaammad Hamdaan Daagaloon har’a ganama Magaalaa Finfinnee galuun ni yaadatama.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment