Dooktar Abiy injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan

Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.

Atileetota dubartootaa shaampiyoonaa atileetiksii addunyaa Budapest 2023 irratti fiigicha maaraatooniin meedaaliyaa warqee fi meetii argamsiisan dinqisiifataniiru.

Tokkummaan hojjechuun injifannoo dinqisiisoo dabalataa hedduu milkeessuu ni dandeenya jedhan.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment