Finfinnee, Onkololeessa 17, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Naannoo Afaaritti ijarsa pirojektii “Loojii Ni’ilee Paalmi Spiringi” eegalchiisaniiru.
Pirojektichi, qaamaa Pirojektii “Maaddiin Dhalootaaf” yoo ta’u, kunis bakkeewwan tuuriizimii torba marsaa 3ffaan ijaaramuuf karoorfaman keessaa tokko ta’uun ibsamuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.