Dooktar Abiy hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa keessatti hojjetaman daawwatan

Finfinnee, Caamsaa 7, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa keessatti hojjetaman daawwataniiru.
Naannawaa Biiroolee mootummaa jijjiiruun naannawaa hojii mijataa taasiisuun dameewwan xiyyeffannoo keessa isa tokko ta’uu eeraniiru.
Har’as hojiilee naannawaa hojii mijataa taasiisuuf Mooraa Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa keessatti hojjetaman daawwanneera jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment