Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis waliin mari’atan

Finfinnee, Ebla 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Faawundeeshinii Biil fi Meeliindaa Geetis Maark Luuzimaanii fi jila isaaniin durfamu waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy Faawundeeshiniin Biil fi Meeliindaa Geetis guddina damee qonnaa, Fayyaa, Sirna Nyaataa, sirna Faayinaansii hirmaachisaa fi dameewwan biroo Itiyoophiyaaf deeggarsa bu’aa qabeessa taasiisuu eeraniiru.
Tumsa kana caalmaatti cimsuu fi dameewwan haaraa biroorratti hojiirra oolchuuf ni hojjenna jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment