Dooktar Abiy Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojii Raawwachiisaa olaanaa Dhaabbata Viizaa Riiyaan Maakinarnii waliin mari’ataniiru.

Hojii Dhaabbatichi Itiyoophiyaatti hojjetaa jiru ilaalchisee marii taasiisuu isaanii Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment