Dooktar Abiy Godaantootaaf Sagantaa Afxiraa qopheessan

Dooktar Abiy Godaantootaaf Sagantaa Afxiraa qopheessan

Finfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) – Sagantaa Afxiraa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Biyyaalessatti halkan 2ffaaf qopheesaniin, godaantoonni biyyoota garaagaraarraa dhufan dhibbi 2 keessummeessamaniiru.

Hirmaattonni Afxiraas kunneen Masaraa Biyyaalessaa Haaromfame daawwachuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment