Finfinnee, Eebila 18, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad godaantoota Sooriyaa waliin sangataa Ifxaaraa raawwataniiru.
Dooktar Abiy carraa kun seenaa abbootiin hojjetan nu yaadachisaa jedhan fuula Feesbuukii isaaniin.
Seenaa bareedaa fi dinqisifatamaa kanatti akkuma boonnu ,uummanni keenya namoota godaansaaf saaxilaman deeggarsa obbolummaa fi obboleettummaa laachuu qabna jedhan.
Haalli kunis akkumaa kanaan dura gara fuuladurattis biyyoota musiliima waliin michummaa fi jaalalaan waliin jiraachuu keessatti fedha cimaa fi amantaa qabnu kan agarsiisuu jedhan Dooktar Abiy fuula feesbuukii isaaniin
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.