Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad duula aduu tokkotti Biqiltuu Ashaaraa magariisaa miiliyoona 500 dhaabuun Ashaaraa isaanii kaa’aniiru.
Dooktar Abiy magaalaa Jimmaatti Ashaaraa isaanii kaa’aniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.