Dooktar Abiy dhaabbilee qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru

Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee Ministeera Fayyaa jalatti argaman qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru.
Dhaabbileen qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa kun lammiilee balaa uumamaa fi namtolcheen hir’inni qaamaa isaanii muudateef qaama namtolchee fi deeggarsa qaamaa oomishuun kan dhiyeessuudha jedhame.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a Dhaabbilee qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa kanneen daawwataniiru.
Alaazaar Taaddaleetu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment