Finfinnee, Hagayya 13, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad daawwaannaa Turkitti taasiisan xumuruun halkan eda Finfinnee galaniiru.
Dooktar Abiy Kabajamoo Preezdaantii Turkii, Reesip Xaayip Eerdogaan waliin yeroo baay’ee qaalii ta’e xumurree gara biyyaatti deebineerra jedhan Fuula Fuusbuukii isaaniin.
Walta’insa yeroo murteessaa mootummaa fi Uummanni Turkii nuugodhan biyyi keenya Ityoophiyaan yoomiyyuu hin dagattu jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.