Dooktar Abiy Chaayinaa Beejiingi Galan

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon daawwannaa hojiif Chaayinaa Beejiingi galaniiru.
Dooktar Abiy jila isaanii waliin Yaa’ii Walta’iinsaa Chaayinaa-Afrikaarratti ni hirmaatu jedhameera.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment