Finfinnee, Sadaasa 17, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilar Ostiriyaa Kaaril Neehaamar waliin mari’ataniiru.
Chaansilarri Ostiriyaa Kaaril Neehaamar jila Dooktar Abiyyiin durfamuuf simannaa taasiisaniiru.
Simannichaan boodas dhimmoota waloo biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroo Itiyoo – Ostiriyaa, Tumsa misoomaa fi dhimmoota hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanirratti mari’achuu isaanii ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.