Finfinnee, Waxabajjii 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad boqachuu Dooktar kabajaa Abbabachi Goobanaa gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru.
Lubbuun Abbabachi Goobanaa, Ityoophiyaatti fakkeenya garalaafinaa ta’an lubbuun darbuu dhagahuukootti baay’ee gaddeera jedhan Fuula FeesBuukii isaaniin.
Maatii, firootanii fi warra isaan jireenyasaaniirratti waan gaarii gumaachan hundaaf jajjabinan hawwaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.