Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad biyyoota Ayyaana Qillee har’a kabajaniif ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
Dooktar Abiy ergaa gama midiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, kanneen har’a Ayyaana Qillee kabajan, michuuwwan Itiyoophiyaa, hawaasa diyaaspooraa fi dhalattootaa Itiyoophiyaa sadarkaa idil addunyaatti argamaniif yeroo Ayyaana Qillee gaarii akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.