Dooktar Abiy bakka shaakala Ispoortii dargaggootaa eebbisiisan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Finfinnee Kutaa Magaalaa Lidataatti Bakka Shaakala Ispoortii Dargaggootaa eebbisiisaniiru.

Dooktar Abiy Ahimad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin, “Hunduu damee hundaan gochaan argisiisuun, ta’ee argamuunii fi fakkeenya gaarii ta’uun itti gaafatamaa isaa yoo bahate, Itiyoophiyaan biyya dargaggootaa ta’uu ishee sanyii gaariin har’a facaasne boru bu’aa gaarii fida” jedhaniiru.

Guyyaa har’aa Kutaa Magaalaa Lidaataatti bakki shaakala ispoortii dargaggootaa eebbifames argisiistuu kanaa ta’uu ibsaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment