Dooktar Abiy Bakka buutoota Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka buutoota hawaasa Amantaa Islaamaa kutaalee biyyattii adda addaarraa dhufan waliin mari’ataniiru.

Har’a waaree booda hooggantoota Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaafi abbootii naannolee garaagaraarraa walittibabahan waliin dhimmoota fayyadan irratti marii’anneerra jedhan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment