Dooktar Abiy Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii qoodan

Finfinnee, Mudde 26, 2016 (FBC)- Ministirri Mummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyanaa Qillee sababeeffachuun lammiilee 225’f maaddii qoodaniiru.

Waajjirri Ministeera Muummee lammiilee galii gadii aanaa qabanii fi daa’imman abbaa fi haadha hinqabne waajjirichi guddisuu, 225 ‘f maaddii qooduu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment