Dooktar Abiy ayyaana Arafaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Adooleessa 12, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1442ffaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni Arafaa ayyaana nagaa akka ta’u hordoftoota amantichaa fi ummata Ityoophiyaa maraaf hawwaniiru.
Hordoftoonni amantichaa guyyaa kana namoota humna hin qabne, daandirra jiraatan,giddugala yaalaa fi maanguddoota gargaaruun kabajuun akka qaban imaanaa dhaabaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment