Finfinnee, Onkololeessa 6, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummaa Gamtoomaanii Antooniyoo Guuutereez waliin bilbilaan mari’atan
Dooktar Abiy Ahimad barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Antooniyoo Guutereez waliin weerara hoomaa awwannisaa ittisuuf tattaaffii taasifamu cimsuu fi dhiibbaa weeraarichaan walqabatee uumamu ilaalchisee marii taasisuu isaanii Fuula Feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
Akkasumas dhimma nageenyaa fi tasgabbii naannoo Gaanfa Afrikaa irratti bilbilaan marii gaarii taasisuu isaanii eeraniiru.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.