Dooktar Abiy Antooniyoo Guutareez waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.

Dooktar Abiy Antooniyoo Guutareez baga nagaan dhuftan jechuun simataniiru.

Dhimmoota naannawaa fi damee heddurratti mari’achuu gama Miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Barreessaa Olaanaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez har’a ganama daawwanna hojiif Finfinnee galuun ni yaadatama.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment