Dooktar Abiy Ahimad tarbaayinoota 3ffaa fi 4ffaa Hidha Haaromsaa hojii eegalchiisan

Finfinnee, Hagayya 19, 2016 (FBC) – Tarbaayinoota 3ffaa fi 4ffaa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa hojii eegalchiisuu isaanii Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Yuunitiiwwan biroos akkaatuma karoora isaaniin raawwatamaa jiraachuu himaniiru.

Akka raawwannu kan gargaare uumaan haa galatoomu jedhan Dooktar Abiy fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment