Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C
In a Speed of life!
Welcome to Fana Broadcasting Corporate S.C
Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa CAF irratti hirmaatan
By
Tsehay Guluma
on October 21, 2024
Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad tapha michummaa Kubbaa Miilaa Konfedereeshinii Kubbaa Miilaa Afrikaa Istaadiyeemii Finfinneetti gaggeeffamerratti hirmaataniiru.
Filatamoo
Oduu biyya keessaa
Share
Related Posts
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 37ffaa bara Fananjootaa 2029 gaggeeffamu akka qopheessitu carraan akka kennamuuf gaafatan
Kantiibaa Adaanech balaa Ibiddaa naannawa Shammaa Taraatti mudateen qabeenyi barbadaa’uusaatti gadduu ibsan
Galmi Afrikaa haala ajaa’ibsiisaan haaromuu isaan Afrikaanoonni hundi baga gammaddan – Dooktar Abiy Ahimad
Balaa Ibiddaa Markaattoo Naannawaa Shammaa taraa jedhamutti mudate to’achuuf hojjetamaa jira jedhame
Galmichi galma qofa osoo hin taane mallattoo sagalee Afrikaati – Dooktar Abiy Ahimad
Dooktar Abiy Gamoo Dhaabbanni Tokkummaa Afrikaa Itti hunda’e haaromsi taasiifameef eebbisiisan
Lammiileen Itiyoophiyaa 370 Sa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Comments
(0)
Add Comment