Finfinnee, Eebila 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad riifoormii seeraa waggoota sadan darbaniitti hojiiwwan hojjetamaan utubaawwan badhaadhinaa fi mul’ataa Ityoophiyaa ta’uu ibsaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad Fuula Feesbuukii isaaniitin akka ibsanitti, Boordii Filannoo Biyyoolessaa dabalate, komishinii mirgaa namoomaa fi mana murtii waliigalaa FDRI fi walabummaa dhaabbilee deemikoraasii fi haqaa mirkaneessuuf hojiin rifoormii hojjetamuu ibsaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;https://www.facebook.com/fanabroadcasting
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.